Leviticus 26:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa teesani waan tokole hafu d'owe balleese, nyaapi keesani ka lafa suni keesa qubatuleeni badi teesani iraa afaani qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa teessan sirima balleessa; diintonni teessan ka isii irra jiraatanillee hin maalalfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti keessan ka lafa teessan keessa le'anu, dhagganee akka rifatanu lafa teessan hin onsa.