Leviticus 26:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba lafti boqoto ganna Sabato ka isani d'owartani, argate iraa gammadi; isiini onte ufumaa teete hafuura baafati, ka isani lafa nyaapa keesani keesa teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa hara baafannaa isin lafaa kennuu hin dandeenne lafti argattee gammaddi; waan Sambata kiyya eeddeef haarawoomti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba latti woggoota onte san mara, yennaa isin biyya diinota keessanii keessa jirtanu foora sanbataa ka woggoota torbaa ka ifii sanitti hin gammaddi; achiin duuba latti foorfattee, Sanbata ifiititti hin gammaddi.