Leviticus 26:35 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hennaa isin irra jirtan san sambata kiyya hin eenneef hara hin baafanne; isin hennaa biyya diina keessanii irra jiraattan lafti duwwaa taatee hara baafatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti woggoota Sanbataa ta yennaa isin keessa leetane san foora hin qanne, yennaa ontee teettu san mara hin qabaatti.