Leviticus 26:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri hafe aka taka inargini woi sodaatai, yo obeensi sokhorsule baqattani, ka nami isaniti ind'iaanne fayyuma tana jijiddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worra isin keessaa biyya diintota keessaniititti hafe sodaa itti gad dhiisa; baalli qilleensaan socho'ullee isin bararraassa; akka waan woraana jalaa dheessitaniititti baqattan; uduu eennullee isin hin ariine kuftan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin keessaa worra lubbu'uun hafe, lafa diinota isaanii keessa jiranuun sodaa hantuu isaanitti hin erga. Shokokkeessi baala qilleensi tachoosuu isaan hin bararassa; nami isaan ari'u adoo hin jiraatin akka nama shallaagaa dheetuu hin baqatan; hin jiganille'e.