Leviticus 26:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ka nami isani irreemne wolti gugufatani, dandeetani nyaaa keesani tokole dura ejitani ufira inhaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uduu eennullee isaan hin ariine akka waan woraana dheessaniititti wol sassakaaltan; isin diintota keessan afoo dhaabachuu hin dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isaan ari'u adoo hin jiraatin, akka nama shallaagaa dheetuu adoo baqatanuu wol gufatan. Maarre isin diinota keessan dura dhaabbatiisa hin dandeettanu.