Leviticus 26:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ufi na jibbisise aka anini worra lafa nyaapa worrati ergu na tolche, daba suni ch'ufa himate ira deebie; ammalle yo d'alooti keesani ufi diqeese, gati dabaafi ch'ubbu suni baase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkasuma isaanitti uf jajee biyya diintota isaaniitittillee isaan galche; garuu yoo onneen isaanii ta hin qajeelle sun qajeeltee adaba cubbuu ufii san beekan; ani waadaa Yaaqoobii gale yaadadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
cubbuu akka ani diina isaanitti te'uu fi gara lafa diina isaaniititti akka ani isaan ari'u goote san yoo faaci'atane, gadhaan isaanii ka jabaate sun laafee, adabbii cubbuu ifii yoo fudhatane,