Leviticus 26:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo akasile taate, hojja worri ammalle lafa nyaapa isaani keesa jiru anini worra lakise, lafa buuse imballeesu. Yo anini akasi tolche anini wold'aqisa kiyya balleesa, ammo anini AABBO Waaqa isaaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ani Rabbi Waaqa isaanii waan ta'eef uduu isaan biyya diintota ufii jiran, haga isaan balleessuu waadaa isaan woliin gale haga diigutti isaan hin gatu; isaan hin shakkulle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, waan kanalle'een, ani Mootii Waan Maraa Waaqa isaanii waan te'eef, gondooroo isaan woliin godhe hin diigu; yennaa isaan lafa diina ifii keessa jiranu ijjumaa isaan balleessiisaaf, isaan hin gatu yookiin hin diqadhu.