Leviticus 26:45 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini world'aqisa kiyya ka anini ababoota worraa woliini tolfad'e, inqaabad'a, gaafa anini lafa Misiri keesaa worra baase gosa ch'ufa irre tiyya garsiise, (aka Waaqa worra tahu). Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Waaqa isaanii ta'u'uuf uduu ormi isaan laalu biyya Misiriitii isaan baase; waadaa abboota isaanii waan isaaniitiif isaan yaadadha; ani Rabbi Waaqa keessan waan ta'eef.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo gondooroo tiyya ta abbootii isaanii, gosi biyya adda addaa adoo dhaggituu, Waaqa isaaniif te'iisaaf, biyya Gibxi'ii keessaa yennaa isaan baase isaan woliin godhe san, isaaniif jedhee hin qaabadha. Ani Mootii Waan Maraa ti!» jedhe.