Leviticus 27:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami mana ufi AABBO Waaqaa baasu, qaallichi ha dansumafi hameenna mana suni gula gati iti tolchuti, duuba gatini sunuma taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni Rabbii woyyoomu'uuf mana ufii yoo woyyoomse manni sun badaa ta'u'uuf mishaa ta'uu isaa gadichi haa laaluu; akkuma gadichi bikketti manni sun woyyooma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami tokko mana ifii ana Mootii Waan Maraatiif woyyuu akka te'u yoo adda baase, hayyichi manni sun dansaa yookiin badaa te'uu isaa ilaalee shallaguu ti. Achiin duuba shallaggiin sun akkuma hayyichi shallagetti hin teeti