Leviticus 27:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami oobru isaa gama toko AABBO Waaqaa baase, ha sanyi isiini fuutu fula gati iti tolchani, gatini suni tana; garbuuni kilo diddama qarsi kud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni ristii ufii keessaa yoo Rabbii woyyoomse gatiin isaa sun haga sanyii san lafti fudhachuu danda'uutiin haa bikkamuu; kunillee garbuu iifii diddamaatii fi saqilii shantamaa haa kaffaluu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami tokko lafa maatii ifii irraa dhaale irraa fichaa kutee ana Mootii Waan Maraatiif adda baasee kennansa yoo dhikeesse, latti sun haga sanyii itti facaafantuutiin shallagantuu ti; sanyiin itti facaafantu garbuu kiiloogiraama dhibba tokko, latti sun meetii giraama dhibba shanii fi torbaatamatti hin shallaganti.