Leviticus 27:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan lafti baaftu, mid'aani oobrutifi, ka mukhale taanaani, kud'ani keesa toko ka AABBO Waaqaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa kurneesso'oo sanyii lafti biqilchituu fi daraaraan mukaa maruu ka Rabbiiti; Rabbiif woyyooma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Waan latti baachu mara keessaa, midhaan biyyeen baachu yookiin midhaan mukaalle te'u kudhan keessaa tokko ka ana Mootii Waan Maraa ti. Ana Mootii Waan Maraatiifille ka woyyoome.