Leviticus 27:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani hori file hamamo gama taka deebisu himmalle yokhaani woljijirule himmalle, yo inni woljijire, horini suni lachu ka AABBO Waaqaati duuba dandaani indeefatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka badaa ta'eef mishaa ta'e hin laallamu hin jijjiiramulle'e; yoo jijjiirame inninii fi ka jijjiiramellee hin furamu woyyuu ta'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horiin kudhaneesso'oo sun badaa yookiin dansaalle te'u, nami kennu sun hin filin yookiin bakka hin buusin; horii tokko horii dhibi'ii bakka yoo buuse, lamaanuu ana Mootii Waan Maraatiif woyyoomanuu ti; wodamiisaaf hin dande'anu› jedhi» jedhe.