Leviticus 3:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami looni isaa keesa toko sorio wold'ageeti AABBO Waaqa durati baase, wonti inni baasu suni korma taanaani, yokhaani d'ala taanaani, ha waan aabo inqamne taatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaan ciinca'aa yoo waan fayyinnaatiif ta'e, loon keessaa yoo korma yookaan goromsa dhiyeessu ka mudaa hin qabne Rabbii haa dhiyeessuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko kennansa tokkummma'aa loon keessaa yoo kennu te'e, korma yookiin sa'a fafa hin qanne Mootii Waan Maraa duratti dhikeessuu ti.