Leviticus 3:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha waan kana ch'ufa waan mesa fakaata kaani irati gube, AABBO Waaqaa sorio baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi hulee ciinca'aa irratti ciinceessa; kun akka kennaa nyaataa ta'ee Rabbiif haa dhiyaatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kennansa sagale'ee ka ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatuutitti, hayyichi isaan kana addee ciinca'aa irratti gubuu ti.