Leviticus 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha waan kana ch'ufa waan mesa fakaata kaani irati gube AABBO Waaqaa sorio baasu, aka akasiini ch'inch'aani isii AABBO Waaqa gammachiiftu. Gabbinni ch'ufti ka AABBO Waaqaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi ciincaa godhee dhiyeessa; kun ciincaa urgaayaa nyaataati; coomni maruu Rabbiif adda haa bawuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Coomi martinuu kiyya waan te'eef, kennansa sagale'ee ka ibiddaan gubamee dhikaatu, ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu godhee, hayyichi addee ciinca'aa irratti ibiddaan gubuu ti.