Leviticus 3:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini aada isani haga jiru jireenna jabeesu maltani aka nami keesani tokoleeni gabbinnafi d'iiga insooranne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Coomaa fi dhiiga hin nyaatinaa'a; kun maruu bara jiraattan maraa ijoollee ijoollee teessaniitiif seera baraa haga bara baraa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin cooma mara, dhiiga maralle hin nyaatina'a! Kun addee leetanu maratti dhaloota dhufu maraaf seerata haga bara baraa te'uu ti» jedhe.