Leviticus 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi ha hori d'ufeeni suni harka mata ira keeyate harirate, fulla balbala Waaro Woyyumati gorau. Duuba qaaloleeni ilmaani Haruni ha d'iiga isaa suni waan aka mesa jira kaani gama afraaniti fifit'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kenna'aaf dhiyeesse san harka ufii mataa isaa irra kaayee balbala daasee wol gayi'ii biratti goorra'a; ijoolleen Aaroonii gadoonni dhiiga horii goorra'amee san fuudhanii naannaya hulee ciinca'aatitti haa facaasanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni harka ifii mataa horii kennansa dhikeessee san irra keyee, seensuma Dunkaanii woldeenna'aa duratti qaluu ti. Ilmaan Aaronii hayyooti dhiiga san cinaa addee ciinca'aa mara irratti dhangalaasanuu ti.