Leviticus 3:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni ha waan kana ch'ufa waan gubani sorio Waaqaa baasani woliini gubde sorio baaftu, aka akasiini ch'inch'aani waan kana AABBO Waaqa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ijoolleen Aaroonii ibidda hulee ciinca'aa irratti haa gubanii; ciincaan kun ciincaa mishaa Rabbitti urgaawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ilmaan Aaronii addee ciinca'aa irratti, qoraan kennansa gubamuuf bobe'u irratti, kennansa ibiddaan gubamee dhikaatu, ka foolee dansaa qabu ana Mootii Waan Maraa gammachiisu godhanee gubanuu ti.