Leviticus 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni ha hoola suni harka mata ira keeyate harirate, Waaro Woyyuma durati gorauti. Duuba qaaloleeni ha d'iiga isaa waan mesa fakaata kaani gama afraaniti fifit'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka ufii mataa isaa irra kaayee daasee wol gayi'ii afo'otti haa goorra'uu; ijoolleen Aaroonii dhiiga fuudhanii naannaya hulee ciinca'aatitti haa facaasanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka ifii mataa horii kennansa dhikeessee san irra keyee Dunkaanii Woldeenna'aa duratti qaluu ti. Ilmaan Aaronii dhiiga san cinaa addee ciinca'aa mara irratti dhangalaasanuu ti.