Leviticus 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fooni hori suni kaani gubde AABBO Waaqaa sorio baaftu; gabbinna duba isaa ch'ufa, gabbinnafi moora miha garaa ch'ufa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa fayyinnaa san kennaa ibiddaan ciincawu godhee Rabbiif dhiyeessa; coomaa fi dudda duuba eege'eetii ka'ee haga lafee duddaa qalee moora mi'a gara'aa irra jiru maraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa tokkumma'aa kana irraa, ka ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatu, duma hoole'ee irraa baasee, moora meya gadha'aatitti marateeruu fi meya gadha'aa wolitti hidheeru mara,