Leviticus 4:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan mesa fakaata ka sorio gubani irati baasani kaani irati gubuti akuma inni gabbinna hori sorio wold'ageetiti baasani kaani tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi ibidda hulee ciinca'aa irratti akka waan mirgoo fayyinnaaf ciincaa ta'eetitti dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma moora kennansa tokkumma'aaf dhikaate irraa fuudhamee san, hayyichi addee ciinca'aa ta kennansa gubamuu irratti gubuu ti.