Leviticus 4:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
quba isaa keesa kaye maro torba AABBO Waaqa durati golla durati fifit'uti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi dhiiga san qubaan tuqee Rabbiin afo'otti golga keessatti harka torbaa facaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni quba ifii dhiiga sanitti cuuphee, diqqaa isaa gollaa addee irra caalaa woyyitti'ii gara duraatiin yennaa torba ana Mootii Waan Maraa duratti fiffixuu ti.