Leviticus 4:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni ha gabbinna isaa suni ch'ufa fuud'e waan mesa fakaata suni irati gubuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanaan maayessa moora maraa achi irraa fuudhee hulee ciinca'aa irratti ciinceessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni moora dardara sanii mara baasee addee ciinca'aa irratti gubuu ti.