Leviticus 4:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami gosa dura deemu danu seera AABBO Waaqa ch'abse, akasiini ka imbeekhini ch'ubbu tolche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni guddaan biyya bulchu tokko yoo cubbuu huje, wollaala keessa ajaja Rabbii Waaqa ufii ka hin godhin jedhu godhee yoo yakke,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Sooressi tokko adoo hin beekin cubbuu hujee, ajaja Mootii Waan Maraa ka Waaqa ifii keessaa tokko irra dabaree waan dhooggame tokko yoo huje, inni yakkaamessa.