Leviticus 4:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha harka isaa mata ira keeyate harirate, waan mesa fakaata kaani gama mirga, fulla hori gubani sorio baasani iti goraniti, ha goraauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
harka ufii mataa re'e'ee irra kaaya; hulee ciincaan itti qalamutti Rabbiin afo'otti goorra'a; kun ciincaa dhiifamsa cubbu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun ciincaa araara cubbu'uu waan te'eef, harka ifii mataa korbeessa sanii irra keyee, addee kennansi gubamu ana Mootii Waan Maraa duratti qalamutti qaluu ti.