Leviticus 4:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha quba ufi d'iiga hori suni keesa kaye, gaafa afraani waan mesa fakaata, ka sorio irati gubaniti naqe, ka hafe kaani d'ibi mesa suni jalati jissu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi dhiiga qubaan tuqee gaaffan ciincaa ciincawuuf ta'u irra godha; dhiiga hafe hulee ciincaa ciinceessan jalatti jissa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi dhiiga korbeessa araara cubbu'uutiif dhikaatee san irraa quba ifiitiin diqqaa isaa fuudhee, gaafota addee ciinca'aa ta kennansi gubamu irratti gubamu dibuu ti; ka hafe ammoo addee ciinca'aa jalatti dhangalaasuu ti.