Leviticus 4:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni gabbinna isaa ch'ufa ha waan mesa fakaata suni irati gubuti, akuma inni gabbinna hori sorio wold'ageetiti baasani gubu. Akasiini qaallichi ha sorio daba nama gosa dura deemu baasani baase daba nama suni araaramanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moora maraa akkuma ciincaa fayyinnaaf dhiyaatuu hulee ciinca'aa irratti ciinceessa; gadichi akka cubbuun dhiifamuuf godha; isaallee hin dhiifama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moora isaa mara akkuma moora kennansa tokkumma'aa gube san addee ciinca'aa irratti gubuu ti. Akka kanaan hayyichi cubbuu namichaatiif gumaa cubbu'uu kennuu ti; namichille araara cubbu'uu hin dhaggata.