Leviticus 4:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha harka isaa mata ira keeyate harirate, waan mesa fakaata kaani, gama mirga, fulla hori gubani sorio baasani iti goraaniti ha gorauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka ufii waan ciincaa cubbu'uutiif dhiyeesse san irra kaayee hulee ciincaan itti dhiyaatutti goorra'ee ciincaa godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni harka ifii mataa re'ittii araara cubbu'uutiif dhikaatte sanii irra keyee, addee kennansa gubamuutitti qaluu ti.