Leviticus 4:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha quba ufi d'iiga hori suni keesa kaye, gaafa afraani ka waan mesa fakaata, ka sorio irati gubaniti naqe, ka hafe kaani d'ibi mesa suni jalati jissuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi dhiiga qubaan tuqee gaaffan hulee ciinca'aa irra godha; dhiiga maraa hulee ciinca'aa jalatti jissa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi dhiiga re'ittii sanii irraa diqqaa isaa quba ifiitiin fuudhee, gaafota addee ciinca'aa ta kennansi gubamu irratti gubamu dibuu ti; ka hafe addee ciinca'aa jalatti dhangalaasuu ti.