Leviticus 4:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni ha gabbinna isii ch'ufa fooni iraa baase, akuma hori sorio wold'ageetiti qalani gabbinna iraa baasani; akasuma waan mesa fakaata irati ha gubu, duuba akasiini ch'inch'aani isi AABBO Waaqa gammachiifti. Kara kanaani qaallichi sorio daba nama sunitini baasani baase, daba isa isaa araaramani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moora maraa akkuma ciincaa fayyinnaa irraa fuudhan moora maraa fuudha; gadichi akka urgaa mishaa Rabbiif ta'u hulee ciinca'aa irratti ciinceessee waan isaatiif dhiifamsa godha; hin dhiifamaafille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma moora kennansa tokkumma'aaf dhikaatee san, moora isi'ii mara baasuu ti; hayyichi foolee dansaa ana Mootii Waan Maraa gammachiittu godhee addee ciinca'aa irratti gubuu ti. Akka kanaan hayyichi gumaa cubbu'uu isaaf kennuu ti; namichille araara hin dhaggata.