Leviticus 4:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha harka ufi mata ira keeyate harirate, waan mesa fakaata kaani gama mirgati, fulla hori gubani sorio baasani iti goraaniti, gorauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka ufii goromtii hoola'aa ta ciinca'aaf dhiyaatte san irra kaaya; hulee ciincaan itti qalamutti dhiifamsa cubbu'uutiif ciincaa godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni harka ifii mataa isi'ii irra keyee addee kennansi gubamu itti qalamutti qaluu ti.