Leviticus 4:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha quba ufi d'iiga hori suni keesa kaye, gaafa afraani waan mesa fakaata ka sorio irati gubaniti naqe ka hafe kaani d'ibi mesa suni jalati jissuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi dhiiga qubaan tuqee gaaffan hulee ciinca'aatitti godha; dhiiga maraa hulee ciinca'aa jalatti jissa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi dhiiga hoolittii araara cubbu'uutiif dhikaatte san irraa diqqaa isaa quba ifiitiin fuudhee, gaafota addee ciinca'aa ta kennansa gubamuu san dibuu ti; ka hafe addee ciinca'aa jalatti dhangalaasuu ti.