Leviticus 4:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni ha gabbinna isaa ch'ufa fooni iraa baase, akuma hoola sorio wold'ageetiti qalani gabbinna iraa baasani, akasuma gabbinna iraa baasani, akasuma waan mesa fakaata irati, sagale waan AABBO Waaqa baasani woliini gubu. Kara kanaani qaallichi sorio daba nama sunitini baasani baase, daba isaa araaramanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa moora maraa akkuma hoolaa ciincaa fayyinnaatiif dhiyaatu irraa moora fuudhu fuudhee gadichi kennaa ibiddaan Rabbiif ciincawu irratti ciinceessa; gadichillee waan cubbuu namichi hujeetiif dhiifamsa goosisaaf; isaallee hin dhiifama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma moora kennansa tokkumma'aaf dhikaatee san, moora isi'ii mara baasuu ti; hayyichi addee ciinca'aa ta kennansi gubamu ana Mootii Waan Maraatiif gubamu irratti gubuu ti. Akka kanaan hayyichi cubbuu isaatiif gumaa cubbu'uu kennuu ti; namichille araara hin dhaggata.