Leviticus 5:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha qaalluti geese, duuba qaallichi suni ha harka guutate iraa fuud'e, waan mesa fakaata kaani irati gubuti aka akasiini aka waan kana ch'ufa Waaqa iraa argatani garsiisu. Isiini sorio dabaani ufiraa baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gara gadichaa fida; gadichi akka yaadannoo ta'uuf daakuu ganaa tokko guutuu fuudhee kennaa ciinca'aa ka Rabbiif ibiddaan ciincawu irratti hulee kennaan dhiyaatu irratti ciinceessa; kunillee ciincaa dhiifamsa cubbu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hayyichatti geessuu ti; bullaan tun kennansa araara cubbu'uutiif dhikaatu waan teeteef, hayyichi ooboo tokko guutuu irraa fuudhee, yaadannoo akka teetu, kennansa ana Mootii Waan Maraatiif ibiddaan gubamu irratti, addee ciinca'aa irratti gubuu ti.