Leviticus 5:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani qaallichi sorio daba nama sunitini baasani baase, daba isaa araaramanifi. Mid'aani daakhani kaani ka hafe qaalluti fud'ata, akamu sorio mid'aani ta baasani taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi waan sanniin keessaa tokkoon waan cubbuu hojjatameetiif dhiifamsa taasisa; innillee hin dhiisaaf; kennaan midhaanii ka hafe ka gadichaa ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan hayyichi cubbuu namichi huje tamiifuu gumaa hin kenna; namichille araara cubbu'uu hin dhaggata. Bullaan irraa hatte akkuma kennansa midhaanii hayyichaaf teetuu ti› jedhi» jedhe.