Leviticus 5:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami danu seera AABBO Waaqa ch'abse ch'ubbu seene, inni gati baasu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eennullee ajaja Rabbii keessaa uduu hin beekin tokko diigee yoo cubbuu hojjatee yakke, inni yakkama'a; yakki isaa isuma irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko cubbuu hujee, ajaja kiyya keessaa waan dhooggame, adoo hin beekinuu tokkolle yoo casse, inni yakkaamessa; yakkaa ifiitiif itti hin gaafatama.