Leviticus 5:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha elemo yokhaani korbeesa, ka kamu aabo inqamne, gati baase qaallutini d'ufu. Gati hori suni ha aada Waaro Woyyuma gula laalaniti. Qaallichi sorio daba nama sunitini baasani baase, akasiini daba isaa araaramanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Korbeessa hoola'aa ka mudaa hin qabne hoolota keessaa akkuma gatiin isaa bikkameen gadichatti fida; gadichillee yakka inni uduu hin beenne hojjateef hin araarsaaf; cubbuunillee isaa dhiifama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni horii keessaa korbeessa fafa hin qanne, gatii ati itti madaaltetti kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatuuf, gara hayyichaa fiduu ti. Hayyichi balleessaa inni adoo hin beekin huje saniif gumaa hin kenna; namichille araara hin dhaggata.