Leviticus 5:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sorio suni waan AABBO Waaqati ch'ubbamefi gati baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee ciincaa dhiifamsa cubbu'uuti; kun dhugamaan waan Rabbiin biratti yakka ta'eef.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan namichi ana Mootii Waan Maraa duratti yakkaa waan hujeef, kun kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatu» jedhe.