Leviticus 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami danu waan nami iraa bahe ka qulqullo intahini tuqe, waan tateefu hojuma inni waan tahe suni beekate wollaala seena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yookaan namni uduu hin beenne yoo waan battii tuqe yoomiinillee akka waan battii san tuqe yoo beeke yakka itti ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Yookiin nami tokko battummaa gosa tamiille teetu, battii nafa namaa keessaa yaatu adoo hin beekinille yoo tuqe, wonni inni tuqe sun battii akka teete yennaa beeke irraa kaasee, yakkaamessa hin te'a.