Leviticus 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha qaallutini d'ufu, duuba qaallichi suni ha simpirre qara sorio dabaani ufira baasani baasu. Inni simpirre suni, ka mata ira inkunne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara gadichaa fidee inni ciincaa cubbu'uu san morma micciira garuu hin kutu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara hayyichaa isaan fiduu ti; hayyichi isaan keessaa dursee takkattii morma micciiree adoo irraa hin kutin kennansa araara cubbu'uutiif dhikeessuu ti.