Leviticus 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
morma miich'ire ijeese, duuba d'iiga isii haga toko ha d'aatu waan mesa fakaata kaaniti fifit'u. D'iiga hafe kaani ha waan mesa fakaata kaani jalati jissani. Kunini sorio dabaani ufi ira baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dhiiga ciincaa dhiyaatee girgiddaa hulee ciinca'aatitti facaasa; dhiiga hafe hulee ciinca'aa jalatti jissa; inni sunillee dhiifamsa cubbu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiiga kennansa araara cubbu'uutiif dhikaatee san irraa diqqaa isaa fuudhee, cinaa addee ciinca'aatitti fiffixuu ti; kennansa araara cubbu'uu waan te'eef, dhiiga hafe addee ciinca'aa jalatti dhangalaasuu ti.