Leviticus 6:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha ubaarafi hid'a isaa ta boofta keeyate, daara fiila qabdu hare, d'aatu waan mesa fakaata kaani kayuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi lukoo uffata gad diratan jalaan nafa ufiititti aansee godhatee; haga ciincaan ciincayee ibiddi nyaateen maayessa daaraa fuudhee hulee ciinca'aa bira haa kaawuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi lukee nafa isaatitti aantu ta quncee talba'aa irraa hujante hidhatee, woyaa ifii ta quncee talba'aa irraa hujante uffatee, daadhaa kennansa addee ciinca'aatitti gubamuu san irraa fuudhee, addee ciinca'aatiin cina'atti gad naquu ti.