Leviticus 6:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ibidi fulla sorio iti qalani suni hojja ch'ufa bobau male, yo tokole ind'aamini. Diirama ch'ufa qaallichi ha qoraani iti dare waan gubani sorio baasani suni irati mimid'aase, gabbinna sorio wold'ageeti gubuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ibiddi hulee ciinca'aa hennaa maraa hin badu hin bobaya; gadichillee muka itti kaaya; ciincaa ciincawullee achi irratti darabeessa; achi irratti ciincaa fayyinnaaf dhiyaatu ka mooraa ciinceessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ibiddi addee ciinca'aa irraa ittuma bobe'uutii malee ijjumaa hin dhaamin. Hayyichi ganama ganama qoraan itti dabaluu ti; kennansa gubamulle ibidda san irratti tarree galchee, moora kennansa tokkumma'aa san irratti gubuu ti.