Leviticus 6:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada mid'aani Waaqaa baasani tana: ilmaani Haruni ha sorio suni AABBO Waaqa durati baaftu, waan mesa fakaata kaani durati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri ciincaa midhaanii ka ijoolleen Aaroonii Rabbiin afo'otti dhiyeessitu kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Seerri kennansa midhaanii asii gad jira: Sanyii ilmaan Aaronii keessaa hayyichi tokko addee ciinca'aatiin duratti, kennansa midhaanii ana Mootii Waan Maraa dura dhikeessuu ti.