Leviticus 6:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ira hafe ha Harunifi ilmaani isaa nyaatu. Mid'aani daakhani suni ha qit'a bukho inqamneeni d'aabani, fulla qulqullo d'aatu Waaro Woyyumati nyaatani. AABBO Waaqi yayu waan kana qoode qaalole kenne. Sagaleeni tunini, akuma sorio dabaani ufiraa baasanitifi waan gati sorio baasani guddo qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan achi irraa hafe Aaroonii fi ijoolleen isaa xoroshoo godhanii hulee woyyittii ta afoo daasee wol gayi'iititti nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka hafe Aaronii fi ilmaan isaa uukoo malee, badhinna dalleya keessaa ka Dunkaanii Woldeenna'aatitti addee woyyittii keessatti nyaatanuu ti.