Leviticus 6:17 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaciti'iin dukkuusanii hin bilcheessan; kennaa kiyya ka ibidda keessatti ciincayee dhiyaatu gayaa isaanii akka ta'u isaaniif kenneera; kunillee akkuma ciincaa sababaa yakkaatii fi sababaa cubbu'uutiif dhiyaatuutitti ka guddisee woyyoome.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uukoo malee bilcheeffantuu ti. Ani kennansa midhaanii ka ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatu keessaa qooda isaanii akka teetuuf kenneera. Isiin akkuma kennansa araara cubbu'uutii fi yakka'aatiif dhikaatuu guddoo woyyitti'i.