Leviticus 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami Israeli tokoleeni, waan nami gosa isa qabdo iti lakise deebisuufi dide, yokhaani woi iraa hate, yokhaani woi iraa Saame, yokhaani waan bade ka inni arge mormate, Anini ingarre jed'e akanaani AABBO Waaqati ch'ubbame, nami sunini sorio baasu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eennullee yoo cubbuu hojjatee Rabbiin yakke; waan namni yaboo bira kaayate yookaan liqeeffatee yoo goshoo ufiillee waakkate, yookaan yoo roorrise,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Seerri nama waan asii gad jiru kana maraan ollaa ifii sobiisaan, ana Mootii Waan Maraa yakkee kana: nami tokko marroo waan magannee itti kenname takkaa yookiin marroo waan qaddii itti kenname takkaa ollaa ifii yoo sobe, ollaa ifii yoo saame, bu'aa dhaggatiisaaf ollaa ifii irratti dhiibbaa yoo tolche,