Leviticus 6:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Harunifi ilmaani isaa, guyya nama worraa muudani qaallu tolchani AABBO Waaqaa baasu malani, tana: kilo toko ta mid'aani daakhani (ta haga mid'aani guyya ch'ufa Waaqaa baasani), mid'aani suni fulla lamati gargari baasani, toko diirama baasani, kaani galgala baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gaafa muudaman kennaan isaan dhiyeessan daakuu mishaa iifii tokkoo wodhakkaa ganama, wodhakkaallee galgala haa dhiyeessanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Aaronii fi ilmaan isaa keessaa guyyaa hayyichi guddaan muudamu, kennansi ana Mootii Waan Maraatiif fidanu: bullaa dansaa kennansa yennaa mara dhikaatuuf, kiiloo giraamii lama keessaa gamisa barii, gamisa galgala dhikeessanuu ti.