Leviticus 6:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga jiru jireenna d'alooti Haruni ch'ufti, ka qaallu gudda tolchani, ha waan kana baasu. Waan suni aka dansa gubu malani, aka isiini sorio AABBO Waaqaa taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bikka abbaa ufii ijoollee keessaa gadicha muudametu dhiyeessa; ciincaan kun akka seera Rabbii ta'utti baraa haga bara baraa ciincaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Aaronii keessaa hayyichi isa bakka bu'iisaaf muudamelle akkasuma tolchuu ti. Kun ana Mootii Waan Maraatiif seera bara baraa ti. Qooda kiyya waan te'eef duudumaa gubamuu qaba.