Leviticus 6:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'iira, ka worra qaallu keesa jiru ch'ufti, yo fed'e dandae nyaata; sagaleeni suni guddo qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiirti worra gadichaa ta'e maruu foon san haa nyaatuu; foon sun ka guddisee woyyoome waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horiin qalame sun irra caalaa woyyuu ka te'e keessaa tokko waan te'eef, maatii hayyootaa keessaa dhiirti martinuu foon san nyaatanuu ti.